Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Kuubaa Biruunoo Eedwaardoo Roodiriigeez Paariilaan Masaraa Biyyaalessaa daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin, hambaalee seenaa qabeessaa Masaraa biyyaalessaa keessa jiran dinqisiifachuu TOI gabaaseera.
Ministirri Dhimma Alaa Kuubaa har’a ganama daawwannaa hojiif Finfinnee galuun ni yaadatama.
#Oromia #Ethiopia