Ministirri Dhimma Alaa Kooriyaa Kibbaa daawwannaa hojiif Finfinnee galan

Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Kooriyaa Kibbaa Paarki Jiin daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.

Paarki Jiin wayita Finfinnee galanitti Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa fi qondaaltota biroon simatamaniiru.

Paarki Jiin turtii isaaniin qondaaltota olaanoo mootummaa Ityoophiyaa waliin dhimmoota hariiroo gamlameenii fi walta’iinsa damee hedduu biyyoota lameeniirratti ni mari’atuun kan eegamu ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment