Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Ministiri Dhimmaa Alaa Eertiraa Osman Saaliih Mohaammad Yaa’ii Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministir Deetaan Ministeera Dhimmaa Alaa Ambaasaddar Burtukaan Ayyaannoon simatamuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.