Ministirri Alaa Isloovaaniyaaa daawwannaaa hojiif Finfinnee galan

Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Isloovaaniyaaa Taaniyaa Faayan daawwannaaa hojiif Finfinnee galaniiru.

Taaniyaa Faayan wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan simatamaniiru.

Turtii Ityoophiyaatti taasisaniin Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqee Makonniin waliin dhimmoota waloorratti ni mari’atuun eegama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment