Ministirri Alaa Chaayinaa imala Bara haaraa isaaniin biyyoota afrikaa daawwatu

Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa imala Bara haaraa isaaniin biyyoota Afrikaa kan daawwatan ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa biyyattii Zyaa’oo Leejiiyaan ibsaniiru.
Ministirichi Bara Faranjootaa 2022 Amajjii 4 – 7tti Biyyoota Afrikaa kan daawwatan ta’uu ibsaniiru.
Eertiriyaa, Keeniyaa fi Moorookoon biyyoota Ministirichi daawwannaa hojii itti taasiisan keessaa isaan tokko ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa biyyattii Zyaa’oo Leejiiyaan ibsaniiru.
Hariiroon Chaayinaan Afrikaa waliin qabdu yeroo gara yerootti dabalaa dhufuu isaa hordofee Chaayinaan hirmaannaan Invastimantii fi misooma biroorratti Ardicha keessatti taasiiftu dabalaa dhufuu dubbataniiru.
Ministirichi dabalataan Maaldiivisii fi Siriilaankaa kan daawwatan ta’uu himaniiru.
Maddi:-CGTN
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment