Ministiroonni Raayyaa Ittisaa Afrikaa Dhaabbilee Nageenyaa Itiyoophiyaa daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC)- Ministiroonni Raayyaa Ittisaa biyyoota Afrikaa Dhaabbilee Nageenyaa Itiyoophiyaa garaagaraa daawwataniiru.

Yaa’ii Ministiroota Raayyaa Ittisaa Afrikaa Itiyoophiyaan keessummeessa jirturratti keessummoonni hirmaatan dhaabbilee nageenyaa daawwataniiru.

Haaluma kanaan Bulchiisaa Nageenyaa Odeeffannoo daawwataniiru.

Saamu’eel Warqaayyootu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment