Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Ministiroonni Dubbartootaa Godina Guraageetti ooyiruu qonnaa aanaa Soddoo daawwataaniiru.
Dawwannicharraati Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saanii, Ministirri Ministeera Dhimma Dubbartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Eergooge Tasfaayee, Ministirri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Injiinar Ayishaa Mahammadii fi Itti gaafatamtoonni waajjiraalee Mootummaa godinichaa argamaniru.
Aanichatti hojiilee damichaan hojjatamaaniin oomishaaf oomishtummaan qonnaan Bultootaa guddisuun danda’amu himamuu isaa ragaan Waajjira Kominikeeshinii Godinichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.