Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee barnoota olaanoo fi dhaabbileen itti waamamoo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisan

Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee barnoota olaanoo fi dhaabbileen itti waamamoo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaniiru.

Hoggantoonnii fi hojjettoonni dhaabbilee kunneenii miindaa isaanii baatii tokkoo fi meeshaalee garaagaraa taasisaniiru.

Waajjirri ministeericha, dhaabbileen itti waamamoo fi yuunvaarsiitiiwwan deeggarsa taasisaa jiran cimsanii kan itti fufaan ta’uu ragaan Ministeera Saayinsii fi dhaabbilee barnoota olaanoorra argamee ni mul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment