Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa loltooda humna addaa qilleensarraa fi Komaandoowwan eebbisiise

Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) –Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa birgeedii loltooda humna addaa qilleensarraa marsaa 12ffaa fi Komaandoowwan marsaa 34ffaa eebbisiiseera.

Eebbifamtoonni giddugala leenjii Bilaatteet leenjii duula humna addaa kanneen hordofan ta’uu ibsameera.

Sirna eebbichaarratti qindeessa olaanaan hojii ijaarsaa raayyaa ittisaa leetanaal Jeneraal Baacaa Dabalee, Ajajaan duula humna addaa Meejar Jeneraal Shummaa Abdataa fi ajajaa olaanaan Eegdoota Ripablikaanii Meejar Jeneraal Birihaanuu Baqqalaan argamaniiru.

Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment