Ministeerri Nageenyaa fi Yuunvarsiitiin Jigjigaa qorannoo furmaata rakkoo ta’an gaggeessuuf walii galan

Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa fi Yuunvarsiitiin Jigjigaa qorannoo furmaata rakkoo ta’an gaggeessuuf sanada walii galtee mallatteessan.

Waliigaltichi rakkoolee hawaasa horsiisee bultootaa itti fufiinsaan hiikuuf kan dandeessisu ta’uu ragaan Ministeerri Nageenyaarraa argame ni muul’isa.

Ministir Deettaan Ministeera Nageenyaa Dooktar Siyyuum Masfinii fi Preezdaantiin Yuunvarsiitii Jigjigaa Dooktar Bashir Abdullaahii dhaabbilee kanneen bakka bu’uun waliigalticha mallatteessaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment