Ministeerri nageenyaa fi Komishiniin siiviil sarvisii karoora hojiilee walorratti mari’atan

Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa fi Komishiniin Siiviil Sarvisii karoora hojiilee walorratti mari’ataniiru.
Hojjetaa siiviilii nagaa fi hawaasa ga’umsaan tajaajiluu danda’u horachuuf Komishinicha waliin mari’achuun barbaachisaa ta’ee argamuu Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kamiil ibsaniiru.
Naannoo Horsiisuu bulaatti humna namaa guutuu fi deeggarsaa taasiisuu, hawaasa tola ooltootaa biyyaalessaaf deeggarsaa fi hordoffii taasiisuun karoora hojii waloo dhaabbilee lameenii ta’uu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment