Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Ministeerri Magaalaa fi Bu’uura Misooma Ityoophiyaanootaa fi dhalattoota Ityoophiyaa wamichaa biyyaa fudhachuun gara biyyaa dhufaan waliin Hootela Iskaay Laayiititti mari’ateera.
Waltajjicharrattis Ministiroonnii fi abbootiin qabeenyaa argamaniiru.
Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uura Misooma Aadde Caaltuu Saanii akka ibsanitti, waraanichaan magaalaan keenyaa hedduu miidhamteetti, bu’uraaleen misoomaa guutuumma guutuutti barbadaaa’niiru, saamamaniiru, hunda caalaa dhaabbilee tajaajila mana qopheessaa akka turree taasifamaniiru jedhan.
Kayyoo olaanaa magaaloota keenyaa deebisani dhaabuu keessaatti shooraasaanii akka ba’aataan diyaaspooraaf waamicha dhiyeessaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.