Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii sagantaa badhaasaa fi beekkamtii laachuu addabaabaayii Michummaatti gaggeessaa jira
Sagantichi mata duree ‘Tajaajilummaan ibsituu keenya’ jedhuun gaggeeffamaa kan jiru.
Saganticharratti itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaaqaa Mokkoonnii fi hoggantoonni olaanoon hojii mootummaa biroon argamaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.