Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumruukaa naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa Birrii miiliyoona 53 ol deeggaran

Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumruukaa naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fi maallaqaa Birrii miiliyoona 53 ol taasisan.

Hoggantoonniifi hojjettoonni dhaabbilee lameenii naannichatto godina Kafaa magaalaa Waachaatti Ashaaraa Magariisaa Marsaa 4ffaaf biqiltuu dhaabaniiru.

Dhaabbii biqiltuun cinaatti lammiilee rakkataniif deeggarsa uffataa Birrii miiliyoona 32 olitti shallagamu deeggarsa taasisaniiru.

Mootummaa naannichaa cimsuuf kan oolu Birrii miiliyoona 10 fi tajaajila tola ooltummaa gannaaf kan oolu Birrii miiliyoona 5 deeggarsa taasisuus eerameera.

Dabalataanis suphaa mana barnootaa Boobaa Qocaaf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 6 taasisuu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment