Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC) – Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamtootaa lammiilee Godina Goofaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa akaakuu fi mallaqaa Birrii miiliyoona 20tti tilmaamu taasisaniiru.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan deeggarsicha kennuun maatii lammiilee miidhamtotaa jajjabeessaniiru.
Deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 15 fi Mallaqa callaa Birrii miiliyoona 5 taasiisiu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo Kibba Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.