Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Ministeerri Fayyaa fi Dhaabbileen waamamtootaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 12 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa akaakuu fi maallaqaa taasiisaniiru.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan deeggarsicha Ministir Deetaa Ministeera Raayyaa Ittisaa Maartaa Luuwiinjiif laataniiru.
Maddi:- TOI
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.