Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa dhaabbilee itti waamamoo waliin ta’uun naannoo Amaaraatti lammiilee gocha garee shororkeessaa ABUTiin qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 fi akaakuu miiliyoona 4 taasise.
Lammiilee gochaa garee shororkeessaa ABUTiin qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf Ministeeronni garaagaraa deeggarsa taasisaa jiraachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.