Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Ministeerri Albuudaa Waliigaltee Dhaabbata ‘Poolii GCL’ jedhamu hojii gaazii uumamaa barbaaduurratti bobbba’e waliin qabu adda kutuu beeksiise.
Ministeerichi guyyaa kaleessaa eegalee waliigaltee dhaabbaticha waliin qabu adda kutuu Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan ibsaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.