Ministeerri Albuudaa lammiilee naannoo Affaaritti buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 30 taasise

Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Ministeerri Albuudaa lammiilee naannoo Affaaritti sababa gareen shororkeessaa ABUT waraana baneen buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 30 taasiseera.

Deeggarsicha Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinaar Taakkalaa Uumaa magaalaa Samaraatti argamuun preezdaantii naannichaa Obbo Awwal Arbaaf laachuusaanii miidiyaa naannoo Affaar gabaaseera.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

 

 

Comments (0)
Add Comment