Ministeerichi naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaaf Paampiwwan Bishaanii 150 deeggarsa taasiise

Finfinnee, Mudde 3, 2015 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi naannawaa Gammoojjii naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaaf Paampiwwan Bishaanii 150 deeggarsa taasiiseera.

Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Injinara Ayishaa Mahaammad Paampiwwan kanneen Itti aanaa Pireezidaantii naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Dooktar Injinar Nagaash Waggeeshoof laataniiru.

Maraa’ool Kadirtu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

Comments (0)
Add Comment