Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Ministeerri Geejjibaa fi Loojastiiksii lammiilee naannoo Amaaraa sababa waraanaan miidhamaniif Birrii miiliyoona 15 ol deeggarsa taasiiseera.
Ministeerichi dhaabbileen waamamtootaa waliin ta’uun lammiilee naannoo Amaaraa sababa waraanaan miidhamaniif Birrii miiliyoona 15 fi kuma dhibba 6 deeggarsa taasiiseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.