Ministeerichi Duula Talaallii guyyoota 10’f turu ifoomse

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Ministeerri Fayyaa duula talaallii Daa’immanii guyyoottan 10’f turu ifoomseera.

Duula kanaan daa’imman talaallii eegalanii addaan kutanii fi hin eegalin umrii wagga 5 gadiif kan kennamu ta’uun ibsameera.

talaallichaan Daa’imman miiliyoona 1 ol fayyadamoo taasisuuf galteewwaan barbaachisan guutamuun eerameera.

Talaallichi Aanaalee 1000tti kennama jedhameera.

Tigisti Asmaamawutu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment