Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Ministeerri Albuudaa dhaabbilee Turkii waliin sanadoota waliigaltee sadii waliif mallatteessuu ibsame.
Waliigalteewwan kunneen misoomaa fi barbaacha gaazii uumamaa, warshaa xaa’oo hundeessuu fi oomisha warqeerratti wal tumsuuf mallattaa’uu Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibsaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.