Miidhaa balaa tiraafikaatiin qaqqabu xiqqeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Miidhaa balaa tiraafikaatiin qaqqabu xiqqeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistikii beeksise.

Miidhaa sababa balaa Tiraafikaan lubbuu namaa fi qabeenyarra ga’aa jiru hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii Dooktar Alamuu simee dubbataniiru.

Qaamolee Nageenya Daandii mirkaneessuu keessatti hirmaannaa olaanaa qabaniif sagantaan beekamtii laachuu fi galateeffannaa gaggeeffameera.

Bara 2016’tti dhimmoota balaa tiraafikaatiif sababa ta’an adda baasuun jijjiirama qabatamaa fiduuf ciminaan kan hojjetamu ta’uu Dooktar Alamuu himuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment