Meeshaaleen waraanaa mormitoonni Eertiraa ABUTin leenji’uun iti fayyadamaa turan to’ataman

Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) –  Meeshaaleen waraanaa mormitoonni Eertiraa ABUTin leenji’uun iti fayyadamaa turan to’ataman.
 
Karaa magaalaa Humaraatin mootummaa Ityoophiyaa fi Eertiraa ittiin waraanuuf tajaajiluuf kan turanidha.
 
Meeshaaleen kanneen hordoffii raayyaa ittisa biyyaa, humna addaa naannoo Amaaraa fi minishaadhan tarkaanfii fudhatameen to’annoo jala oolfamaniiru.
 
Waliigalaan meeshaaleen waraanaa addaddaa 338 fi raasaaonni 99 to’atamuu Koomiishiniin Poolisii Naannoo Amaaraa beeksiseera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment