Meeshaaleen Koontiroobaandii Birrii miiliyoona 38.9 olitti tilmaamu too’atame

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) -Meeshaaleen waraanaa fi Koontiroobaandii Birrii miiliyoona 38.9 olitii tilmaamu too’atamu Ministeerri Galiiwwaniin beeksise.
 
Too’annoo fi hordoffii taasifameen, meeshaaleen Elektirooniksii, uffataaleen, rasaasni Breenii fi Kilaash Koovii, akkasumas kaffaltii qaraxa miliquusuun meeshaaleen gara keessaa galuu fi ba’uuf seeran ala socha’aa turan too’atamaniiru jedhame.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment