Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 66 olitti tilmaamu Komishiniin Gumruukaa beeksise.
Koomishinichi Mudde 16 -20 ,2015tti hordoffii taasiseen meeshaaleen alaa galan BirriI miiliyoona 95.5’tti tilmamamaniifi fi meeshaaleen al-ergii Birrii miiliyoona 70.5tti shallagaman to’atamuu eereera.
Meeshaaleen to’ataman kunneenis huccuuwwan,boba’aa ,beelladoota ,meeshaalee elektrooniksii .Buna, Qorichoota ,konkolaattoota ,meeshaalee bareedinaa , jimaa ,baala sammuu namaa hadoochu ,Zayita nyaataa fi Maallaqoota biyyoota garaagaraa ta’uu koomishinichi ibseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.