Meeshaaleen galmeessaa gurgurtaa 200 ol to’annaa jala oolaan

Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanni sakattoo fi hordoffii Poolisii federaalaa waliin taasiseen Meeshaaleen galmeessaa gurgurtaa 200 ol to’annaa jala ooluu ibseera.

Ministeerichatti daayreektarri waliin dha’insaa taaksii fi qorannoo obbo Siisaay Gazzuu Meeshaaleen galmeessaa gurgurtaa 200 ol to’annaa jala ooluu ibsaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment