Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) – Balaa Kirkira lafaa Turkitti mudate hordofee Meeshaaleen deeggarsaa fi gareen lubbuu baraartotaa Ityoophiyaan Turkiif ergite Gaazaantee qaqqabeera.
Meeshaaleen deeggarsaa fi gareen lubbuu baraartotaa kaleessa galgala gara sana imale har’a Turki Gaazaantee ga’uu Turkitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Adam Mohaammad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.