Meeshaaleen Deeggarsa dhaabbileen Idil addunyaa Ummata Tigraayiif ergan Dahannaa ABUT keessatti argaman

Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Meeshaaleen deeggarsa dhaabbileen Idil addunyaa Ummata Tigraayiif ergan Dahannaa ABUT keessatti argamuu Raayyaan Ittisaa beeksiise.
ABUT abjuu biyya diiguu isaa milkeessuuf waraana gama adda waraanaa Walqaayitiin baneen Meeshaaleen Deeggarsa namoomaa dhaabbileen Idil addunyaa Ummata Tigraayiif ergan Dahannaa hoggantoonni isaa keessa jiraataa turan keessatti argamuu Raayyaan Ittisaa ibseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment