Meeshaaleen buufata gogaa Doolaarri miiliyoonni 19 baasii itti ta’e hojii eegalan

Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Buufanni Gogaa Mojoo meeshaalee Doolaarri miiliyoonni 19 baasii itti ta’e hojii eegalchiise.
Buufatichi tajaajila si’ataa laachuuf meeshaalee 47 har’a ifatti hojii jalqabsiiseera.
Deeggarsa Baankii addunyaarraa argameen kan bitaman meeshaaleen kunneen har’a Buufata Gogaa Mojootti ifatti eebbifamuun hojiitti galaniiru.
Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagmaawiit Mogas biyyattiitti damee geejjibaa cimsuuf hojii hedduun hojjetamaa jiraachuu dubbataniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment