Meeshaa muuziqaa Kilaarneetii taphachuun kan beekamu Daawwit Fireewu boqote

Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Meeshaa muuziqaa Kilaarneetii taphachuun kan beekamu Daawwit Fireewu addunyaa kanarraa du’aan boqochuun dhagahame.

Dhiyeenya kana dhimma hojiif gara Xaaliyaaniitti imalee kan ture Daawwwit Fireewu kutaa ciisichaa isaa keessatti du’ee argamuu ragaan firoottan isaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment