Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Mariin walitti hidhamiinsa indaastirii oomishaalee fi galtee indaastirii irratti xiyyeeffate gaggeeffame
Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal Ministira Ministeera Indaastirii Albuudaa fi Inarjii Ikuwaatooriyaal Giinii waliin dhimmoota indaastirii oomishaarratti mari’achuu ibsame.
Walitti hidhamiinsa indaastirii oomishaa biyyoota lamaan gidduu jiru haala cimsuufi guddisuun danda’amurratti mar’achuu eerameera.
Yeroo dhiyootti gareen teekinikaa Ikuwaatooriyaal Giiniirraa akka dhufu ibsamuu ragaan Ministeera Indaastiriirraa argame ni mul’isa.
Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.