Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)-Mariin Paanaalii haala yeroo tasgabbiin siyaasa quubsuma naannawaa, hiikaa nageenya biyyaalessaa Ityoophiyaaf qabu irratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Maricharratti Gorsaa Addaa Dhimmootaa Imaammaataa Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Ambaasaaddar Minilik Alamuu, hoggantootaa Ministeera Dhimma Alaa, hayyootaa fi qondaaltonni olaanoo Raayyaa Ittisa Biyyaa argamaniiru.
Paanaalicharratti qorannoowwan garaagaraa dhiyaachuun akka irratti mari’atamu ragaan Raayyaa Ittisa Biyyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.