Mariin oomishaalee gara Chaayinaatti ergamaan waliin walqabsiisee rakkolee muudatan furuurratti xiyyeeffate gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Mariin oomishaalee baasii gara Chaayinaatti ergamaan waliin walqabsiisee rakkolee muudatan furuurratti qamolee dhimmi ilaallatuu waliin viidiyoo konfiransiin gaggeeffameera.

Marichaanis dhiibbaa dhaabbilee ergitootarra ga’aa jiru baldhinaan kan kafamee yoo ta’uu, rakkicha furuufis yaadonni furmaata ka’aaniiru.

Maricharratti Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tashoomaa Toogaa, rakkicha furuuf bulchiinsa gumurukaa Chaayinaa waliin marii dippiloomaasii akka taasisaan himaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment