Mariin haala yeroo fi dhimma nageenya biyyaa irratti xiyyeeffate gaggeeffame

Finfinnee Hagayya 9, 2015 (FBC) – Mariin haala yeroo fi dhimma nageenya biyyaa irratti xiyyeeffate Waajjira Pireezidaantii Mootumma Naannoo Oromiyatti gaggeeffameera.

Marichi bakka Itti Aanaan Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii, Itti gaafatamaan Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Mogas Ida’ee fi hoggantoonni garaa garaa argamanitti gaggeeffamuu ragaan ragaan Waajjira Pireezidaantii naannoo Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment