Mariin filannoo 2013 irratti xiyyeeffate bakka Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti paartileen siyaasaa waliin mari’atamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Mariin filannoo 2013 irratti xiyyeeffate bakka Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti paartileen siyaasaa waliin mari’atamaa jira.
Faayidaa filannoo 2013 akkasumas sirna filannoo ilaalchisuun yaadni ka’umsa marii Abbaa Alangaa waliigalaa Federaalaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoosin dhiyaateera.
Barreeffamni dhiyaate filannoon 2013 gara demokiraasii dhugaatti ceesisuuf gumaacha olaanaa akka qabuu fi sirna filannoo irratti kan xiyyeeffatedha.
Barreeffama dhiyaaterratti paartileen siyaasaa marii gaggeessa jiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment