Maqeet bilisa baate

Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) – Aanaan Maqeet guutummaan guutuutti garee shororkeessaa ABUT irraa bilisoomuu ibsame

Magaaloonni Dabra Zabiix Agiriit, Filaaqiit fi Garaagar sochii idilee eegaluu ibsameera.

Garich yeroo ammaa tarkaanfii irratti fudhatamaa jiru dandamachuu dadhabuun dheeffaa jiraachuu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment