Maqaleerraa gara Finfinneetti geejjibsiifamaa kan turee Fanjiin kaartoonii 23 too’atame

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Maqaleerraa gara Finfinneetti geejjibsiifamaa kan turee Fanjiin kaartoonii 23 guyyaa har’aa too’atameera.
Sakata’insa keellaa gumuruukaa Waldiyaatti taasifameen kan too’atame fanjiin kun, kaartoonnin 1 fanjii 9 kan qabateera.
Konkolaachisaan too’annoo poolisii jala ooluun ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment