Maqaan Kaadhimamtoota Komishinara Komishinii maree biyyaalessaaf eeramanii ifoome

Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa ummanni yaada akka itti laatuuf maqaa Kaadhimamtoota Komishinara Komishinii maree biyyaalessaa 42 ifoomse.
Haaluma kanaan :-
1. Dooktar Baddiluu Waaqjiraa
2.Proofeesar Afawarqi Baqqalaa Simanyi,
3. Obbo Zagayyee Asfaaw Abdii,
4. Ambaasaaddar Taaddalach Hayilemikaa’eel
5. Proofeesar Xilahuun Tashoomaa,
6. Obbo Hayilee Gabree Suulee
7. Proofeesar Baayyee Yimaam,
8. Dooktar Samiir Yeesuuf,
9. Dooktar Abdiisaa Zaraay Beemaanoo,
10. Proofeesar Haabtaamuu Wandimmuu,
11. Obbo Gammachuu Duubbisoo Guddinaa,
12. Obbo Saamu’eel Xaasow Tafarraa
13. Ambaasaaddar Mu’iiz Gabrahiyiwat Waldasillaasee,
14.Obbo Ahimad Huseen Mahaammad,
15. Proofeesar Masfin Aarayaa,
16. Dooktar Abarraa Dheereessaa,
17. Aadde Hiruut Gabrasilaasee Odaa
18. Ambaasaaddar Mahaammad Diriir,
19. Obbo Nigusuu Akliilu,
20. Proofeesear Yaa’iiqoob Arsaanoo,
21. Obbo Tasfaayee Habiisoo,
22.Dooktar Ayifoorit M/Diyaasin
23. Proofeesar Kiflee Waldamikaa’eel Hajatoo,
24.Dooktar Tagenye Warqi Geexuu Mangashaa,
25. Proofeesar Kaasahuun Birihaanuu Alamuu,
26. Obbo Abaataa Kishoo Horaa,
27. Dooktar Daawwiit Yoohaannis,
28. Proofeesar Hizqiyaas Asaffaa,
29. Dooktar Taakkalaa Sabbooqaa,
30. Injiinar Geetuhuun Huseen Shikur,
31.Proofeesar Baqqalaa Guutamaa Jabeessaa,
32. Proofeesar Daani’eel Qixaw,
33.Aadde Zanabawarq Taaddasaa Maarqoos,
34. Obbo Ibraahiim Muluushawaa Isheetee,
35. Proofeesar Zakaariyaas Qana’aa Tasgaraa,
36. Obbo Malaakuu Waldamaariyaam,
37. Dooktar Yoonaas Adahee,
38.Dooktar Wadaajoo Waldagiyoorgis
39.obbo Andaargaachow Asaggid,
40. Dooktar Mulgeetuu Aragaawwii,
41. Dooktar Naggaallinyi Birihaanuu Baayyee
42. Looreet Proofeesar Xirusaw Tafarraa ta’uu isaanii manni marichaa ifoomseera.
Akkaatuma kanaan namoonni yaada qaban har’aa eegalee hanga Gurraandhala 1, 2014tti yaada isaanii karaa Fuula Mana Marichaa http://www.hopr.gov.et/am/web/guest/dialog-candidate laachuu kan danda’an ta’uu ibseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment