Maqaan Ityoophiyaa jedhu maqaa injifannooti – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) -Maqaan Ityoophiyaa jedhu maqaa injifannooti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Ityoophiyaaf nuun ol qaamni biraa eessayyuu hin dhufu jedhan.

Hin shakku, dhaloonni kun biyya mallattoo injifannoo taate tanaaf wareegama barbaachisu kaffaluun Ityoophiyaa fi Ityoophiyummaa qalama warqeen galmee kabajaarratti ni galmeessa jechuun fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment