Maqaa sabummaatin daldalaa Ityoophiyaa jeequun tasa hin danda’amuu-Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Maqaa sabummaatin daldalaa Ityoophiyaa jeequun tasa hin danda’amuu jechuun kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee himaniiru.

Shira gareewwan shororkeessitoota fashaleessuun dhimma birmaduumma lammiilee Ityoophiyaa ta’uusaan cimees itti fufeera jedhan.

Aadde Adaanach Abeebee haala waqtaawaa biyyattirratti Tajaajila Oduu Ityoophiyaa waliin turtii taasisaniin, Ityoophiyaarra darbee teessoo Afrikaa, giddugala hawaasa dippiloomaatikii idil addunyaa kan taatee magaalaa Finfinnee prooppoogaandaadhaan jeequuf tattaaffiiwwan taasifamaan duulaa birmaduummaa duraa kan turaniidha jedhan.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment