Mannii maricha walga’ii idilee 6ffaa bara hojii 6ffaa gaggeesse

Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC)- Mannii Maree Bakka Bu’oota Uummataa FDRI  walga’ii  idilee 6ffaa bara hojii 6ffaa gaggeesse.

Walga’ichi galma waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffaameera.

Mana Marichaatti bu’uruma seeraa naamuusa hoji mataa fi miseensaa mura 92n Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiilii fi Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Qana’aa Yaadataan gaffiiwwan miseensoota mana maree irraa dhiyaateef deebii  laachuu isaanii ragaan Mana Mareerra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment