Mannii maree naanno Amaaraa Baajataa baraa 2015 Birrii biiliyoona 95.31 raggaasise

Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Naannoon Amaaraa baajataa baraa 2015 biroo maallaqaa naannichaan dhiyeete birrii biiliyoona 95.31 raggaasiseera.

Baajatichis gareewwan shororkeessitoon naannawaa manca’an deebisanii ijaaruu, invastimantii qonnaa dursii kennamuuf, damee albuudaa fi eegumsa naannawaaf akka ooluuf yaadamee ta’uu Hogganaan Biirichaa Dooktar Xilaahuun Mahaarii kan ibsan.

Dabalataanis, rakkoolee idil addunyaa mudataniin deeggarsi dhaabbilee tumsitootaa hir’achuu tilmaamaa keessa galchuun ta’uu ibsaniiru.

Baajatichi kan bara darbeen yoo walbira qabamu %19 caalmaa akka qabu ibsaniiru.

Haalumaa kanaan manni marichaa sagalee caalmaan baajaticha raggaasiseera.

Minyichil Azzazawutu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment