Manni murtii obbo Lidatuu Ayyaalaw wabii Birrii Kuma 30n akka bahan ajaje

Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) –Manni murtii obbo Lidatuu Ayyaalaw wabii Birrii Kuma 30n akka bahan ajaje.
Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhaddacha yakka ramaddii Bahaa obbo Lidatuu Ayyaalaw wabii Birrii Kuma 30 qabsiisanii akka bahan ajajeera.
Abbaan alangaa mana murtichaa himata lammaffaa fooyyeesseerratti gaaffii mirga wabii obbo Lidatuun dhiyeessan fudhateera.
Manni murtichaa dhaddacha har’a ooleen obbo Lidatuu himanni fooyya’e mirga wabii hin dhorku jechuun eeyyameeraaf.
Taarik Addunyaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment