Manni marichaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 4ffaa bara hojii 2ffaa gaggeesuu eegaleera.

Yaa’iichaarratti raawwiin hojii baatiiwwan jahan darbanii Pireezidaantii naannichaa Dooktar Yiliqaal kaffalaan dhiyaachuun irratti ni mari’atamaan eegama jedhame.

Yaa’ichii har’a eegale guyyoota lamaf kan turuu ta’uu eerameera.

Minichil Azzaazzawutu gabaase.

#Oromiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment