Manni marichaa wixinee labsii komishiinii waliigaltee marii biyyaaleessaa hundeessuuf ba’e raggaasiise

Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii komishiinii Waliigaltee Marii Biyyaaleessaa hundeessuuf ba’e sagalee caalmaan raggaasiise.
Wixineen Labsichaa sagalee mormii 13,kan sagalee hin laannee 1 fi sagalee caalmaan labsii lakkoofsa 1265/2014 ta’uun ragga’eera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment