Manni marichaa wixinee labsii fooyyeffama haala qabiyyeen lafaa itti fudhatamu murteessuuf ba’e koree dhaabbiif qajeelche

Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee har’a gaggeesseen wixinee labsii fooyyeffama haala qabiyyeen lafaa itti fudhatamu fi kaffaltii beenyaa murteessuuf ba’erratti mari’achuun koree dhaabbii dhimmichi ilaallatuuf qajeelchera.

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 18ffaa har’a gaggeesseen wixinee labsii haala qabiyyeen lafaa itti fudhatamu fi kaffaltii beenyaa fi kaafamtoota misoomaa waaraan dhaabuuf bahe qorachuun koree dhaabbii dhimmichi ilaallatuuf qajeelchera.

Shaambal Mihiratiitu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment