Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Yaa’ii idilee 27ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa qaboo yaa’ii walga’ii idilee 26ffaa qorachuun raggaasiseera.
Manni marichaa wixinee baajata mootummaa federaalaa bara baajataa 2016 irratti marii bal’aa gaggeessaa jiraachuu himameera.
Shaambal Mihiratiitu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.