Manni marichaa waliigaltee liqii weerara vaayrasii koroonaaf deebii yeroo ariifachiisaa laachuuf kan oolu raggaasise

Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Manni marichaa waliigaltee liqii weerara vaayrasii koroonaaf deebii yeroo ariifachiisaa laachuuf kan oolu raggaasise.

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ityoophiyaa fi Waldaa Misooma Idil Addunyaa gidduutti weerara vaayrasii koroonaaf proojaktii deebii yeroo ariifachiisaaf kan oolu Doolaara Ameerikaa miiliyoona 82 ol waliigaltee liqii fi deeggarsa raggaasise.

Comments (0)
Add Comment